Duration 7:4

Dhibee Sukkaaraa fi Ija keenya YookooDoctor 7024 Lavista DrSadin

1 220 watched
0
52
Published 6 Jun 2021

Dhibeen sukkaaraa yoo to'annoo jala ooluu baate miidhaa qaama keenya irratti fidu baayyee qaba! isaan keessaa iji keenya isa jalqabaati. Waan dhaggeeffattaniif galatoomaa! Gaaffii waa'ee fayyaa qabdaniif 7024 bilbiluun hakiima keessan mariisisuu dandeessu. Bakka Jirtanitti fayyaa ta'aa!!

Category

Show more

Comments - 9